
Mana Hojii Abbaa Alangaa Godina Shawaa Lixaa-Western Shao Zone Attorney Office

Ergama, Mul’ataa fi Duudhaa Mana Hojichaa
Olaantummaa seeraa
1.Duudhaa
Haqummaa
Bilisummaa Ogummaa
Itti gaafatamummaa
Iftoomina
Al-loogummaa
Fakkeenyummaa
Hirmaachisummaa
Tajaajila gahumsa qabu kennuu
Jijjiiramaaf qophaa’uufi hojjechuu
Beekumsaa fi amantaan hogganuu
Miira tajaajiltummaa qabaachuu fi
Aadaa gareen hojachuudha.

Ergama
Godina Shawaa Lixaa keessatti namoota heeraa fi seera darbanii fi gocha yakkaatiin shakkaman seeratti dhiyeessuun murtii saffisaa fi haqa qabeessa ta’e itti kennuu fi kennisiisuun ol’aantummaa seeraa mirkaneessisuudhaan nagaa fi tasgabbii uummatichaa eegsisuu, dantaa hariiroo hawaasaa ummataa fi mootummaa kabachiisuu, ragaa seera qabeessa ta’e mirkaneessuun galmeessuu, hubannoo seeraa hawaasichaa gabbisuu, seerotni sadarkaa isaanii eegataniifi heera mootummaan walsiman akka wixineeffamanii fi bifa wal fakkaatuun hojii irra akka oolu taasisuu.

Mul’ata
Godina Shawaa Lixaa keessatti tajaajila Abbaa Alangummaa raawwii caalmaa qabu kennuun sirna haqaa amantaa uummataa horate uumuu fi olaantummaa seeraa mirkaneessuu.
Mana Hojii Abbaa Alangaa Godina Shawaa Lixaa-Western Showa Zone Attorney Office
Ergama,mul’ataafi dudhaalee Mana Hojii keenyaa
Ergama(Mission)
Godina Shawaa Lixaa keessatti namoota heeraa fi seera darbanii fi gocha yakkaatiin shakkaman seeratti dhiyeessuun murtii saffisaa fi haqa qabeessa ta’e itti kennuu fi kennisiisuun ol’aantummaa seeraa mirkaneessisuudhaan nagaa fi tasgabbii uummatichaa eegsisuu, dantaa hariiroo hawaasaa ummataa fi mootummaa kabachiisuu, ragaa seera qabeessa ta’e mirkaneessuun galmeessuu, hubannoo seeraa hawaasichaa gabbisuu, seerotni sadarkaa isaanii eegataniifi heera mootummaan walsiman akka wixineeffamanii fi bifa wal fakkaatuun hojii irra akka oolu taasisuu.
Ø Mul’ata (Vision)
Godina Shawaa Lixaa keessatti tajaajila Abbaa Alangummaa raawwii caalmaa qabu kennuun sirna haqaa amantaa uummataa horate uumuu fi olaantummaa seeraa mirkaneessuu.
Ø Duudhaalee (Core Values)
- Olaantummaa seeraa
- Haqummaa
- Bilisummaa Ogummaa
- Itti gaafatamummaa
- Iftoomina
- Al-loogummaa
- Fakkeenyummaa
- Hirmaachisummaa
- Tajaajila gahumsa qabu kennuu
- Jijjiiramaaf qophaa’uufi hojjechuu
- Beekumsaa fi amantaan hogganuu
- Miira tajaajiltummaa qabaachuu fi
- Aadaa gareen hojachuudha.